Egeree Oromiyaa- EOs Podcast artwork

Egeree Oromiyaa- EOs Podcast

232 episodes - Swedish - Latest episode: 15 days ago -

Egeree Oromiyaa- EOs Podcast is a platform where we all discuss culture, identity, politics, and literature, and share our yesterday’s and today's experiences. We discuss the challenges we face in our lives, especially as first-generation refugees and Oromo youth in Sweden and any other hosting nations across Western countries. Some people have incredible untold stories and it would help those who share them and those who hear their stories. It's a place where people's voices are heard and the trauma we all went through when we left home to come to Europe in so many different ways. Role models, experienced people, and professionals are guests that the host would invite and let them share the life experiences they got from various experiences from their homelands to third countries; where they currently reside. Hopefully, their story will improve and give some input into the understanding of life in a new country and encourage newly arrived ones to live in their new homes and lead a good life. Besides, we make stories and documentaries about historical events and current situations in Ethiopia, especially in Oromia. It's a free space, and we maintain neutrality when it comes to expressing and hosting an individual opinion while monitoring the discussion's engagement. These are our core values. However, insulting others is never allowed, even if the right to freedom of expression is respected.https://miidiyaadhaddachaoromoo.comhttps://dhalootafincilaa.wordpress.comhttps://caalaahayiluuabaataaakachalahailuabate.wordpress.com/ 

Society & Culture freedom country society culture oromo sweden sverige oromia ethiopia refugee
Homepage Apple Podcasts Google Podcasts Overcast Castro Pocket Casts RSS feed

Episodes

#Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!

April 04, 2024 15:00 - 1 hour - 59.1 MB

Egeree OROMIYAA  Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hojjatee egeree ofii fi dhalootaa tolfachuun dirqama keen...

Poem: Here Qaama Koo

April 04, 2024 14:00 - 4 minutes - 2.91 MB

Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture.  Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre…. Hee Qaama koo…. #Qaama Koo! Ani kanan jedhu,  want’n si gaafadhu silaa qaama kooti waa muree sin gatuu harki gaafa fayye, miilatu na nyaataa gaafa miilli fayye, mataat bowwaafataa nattin hafin jedheet, rif...

Jiraattonni aanaa Baddallee Maal jedhan?

March 06, 2024 23:00 - 48 minutes - 33 MB

Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman  dhuguma haala mijataa argatanii jireenyi isaanii wayyaahee jiraachaa turan mo maal keessa jiru? Turtii Miidiyaa Dhaddacha Oromoo jiraattoota Bunnoo Baddallee waliin ...

Poem Daawitii Seenaa2

March 06, 2024 23:00 - 15 minutes - 10.8 MB

DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen  koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee. Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee  qabaa, inni kaan taa'ee taajjabaa, Waliif dirmachuu dagatee, alagaaf dhaabbatee Galaan diinan lollaan, Abbichummoo nyaapha filate. kaanis cinaasaatti Macci, xis-ximbaa dhiisee,  Finnasaa walitti ...

#Ep. #2: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!

March 04, 2024 22:00 - 1 hour - 59 MB

Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hojjatee egeree ofii fi dhalootaa tolfachuun dirqama keenya. Kanaaf warra bara dukkanaa turan ...

Kt #2 Qophii Egeree Oromiyaa Dr. Dagafaa Abdiisaa waliin

March 04, 2024 22:00 - 1 hour - 59 MB

Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hojjatee egeree ofii fi dhalootaa tolfachuun dirqama keenya. Kanaaf warra bara dukkanaa turan ...

🔒 Jaarmiyaa tokko maaltu jabaa taasisa?

March 03, 2024 15:00 - 21 minutes - 15.2 MB

Subscriber-only episode #Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa?                -1  - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabbateefi muldhata inni ittiin saba bilisummaa argachuu qaba jedhee qabsaawuuf sanadha. Kaayyoofi akeekni jaarmiyaa tokkoo ifa...

Jaarmiyaa tokko maaltu jabaa taasisa?

March 03, 2024 15:00 - 21 minutes - 15.2 MB

#Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa?                -1  - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabbateefi muldhata inni ittiin saba bilisummaa argachuu qaba jedhee qabsaawuuf sanadha. Kaayyoofi akeekni jaarmiyaa tokkoo ifaafii qajeelaa tahuu qaba....

Poem: Bara Sana

February 21, 2024 22:00 - 5 minutes - 3.46 MB

Support the show

🔒 Poem: Bara Sana

February 21, 2024 22:00 - 5 minutes - 3.46 MB

Subscriber-only episode

CONFERENCE: DHUMAATII SAGALEE IYYANNAA DHABE

February 21, 2024 21:00 - 51 minutes - 35.3 MB

https://www.youtube.com/live/DG42yGOMYg4?si=Tc9v3280Aocpq2O1 Barbaachisummaa miidiyaa fi hanqinoota yeroo ammaa gama miidiyaan qabnu irratti  Dr.Dagafaa, Bilisummaa fi Caalaan  marii kallattii gaggeessan Support the show

#Ep. #1: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!

February 03, 2024 21:00 - 1 hour - 56.9 MB

Egeree OROMIYAA  turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloo...

kt: 1 Qophii Egeree OROMIYAA tti seenaa jiruu fi jireenya Dr. Dagafaa Abdiisaa

February 03, 2024 21:00 - 1 hour - 56.9 MB

Egeree OROMIYAA  turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloo...

Qophii Egeree OROMIYAA tti seenaa jiruu fi jireenya Dr. Dagafaa Abdiisaa

February 03, 2024 21:00 - 1 hour - 56.9 MB

Egeree OROMIYAA  turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloo...

🔒 𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa

January 26, 2024 16:00 - 39 minutes - 27.5 MB

Subscriber-only episode 𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒   T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa   DURADUBBII   Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu taasisuunan guutee, irra bash-bash gochuun isiniif dhiyeessa. Garuu, yaa Oromoo koo akkana gochuuf laalleewwan (infoormeshina) guutuu qaba...

𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa

January 26, 2024 16:00 - 39 minutes - 27.5 MB

𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒   T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa   DURADUBBII   Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu taasisuunan guutee, irra bash-bash gochuun isiniif dhiyeessa. Garuu, yaa Oromoo koo akkana gochuuf laalleewwan (infoormeshina) guutuu qabaachuutu nama irra jira. ...

Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna?

January 14, 2024 09:00 - 1 hour - 144 MB

Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas  daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan. 1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa Qeeroof gahee ABO 2. Gabootaa yeroo yeroon QBO ganan sababa fi tokkummaan sabni akkamiin of keessaa buqushaa 3. Olola miidiyaa tiin balbala galaanaa arganne jechuun ...

Yaada Kitaaba J/ Abbaa Caalaa Lataa irratti

January 11, 2024 13:00 - 19 minutes - 27 MB

Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha. Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni seen-gulummoo matayyaa isaanii :- a. Ijoollummaa- hanga barnoota jalqabanii b. Haalaa baruu fi barsiisuu fi didhaalee hanga barnoota xummuranitti argan c . Bara Yunibarsiitii turanii fi hirmaannaa sochii QBO jalqabaa keessatti taasisan d. Duulaa barnootan Arsii de...

State terrorism (shororkeessummaa mootummaa): Dr. Dagafaan yaalii ajjeechaa irraa fayyanii dhugaa Oromoo dubbachaa jiru.

December 21, 2023 21:00 - 1 hour - 134 MB

Qaroo fi gameessi QBO, kan saba Isaaniif jechaa wareegama hedduu kaffalan kan dhugaa saba Oromoof qofa jiraatan Jaal Dr. Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo yaalii ajjeechaa murni Bilxiginnaa irratti aggaamte irraa fayyanii ammas sagalee saba isaanif tahaa jiru.  Dr. Dagafaan waayee shororkeessummaa fi shororkessummaa mootummaan raawwatu (State terrorisma)irratti Jaal Ayyaanaa Goobanaa waliin marii godhan kana caqasaa. State terrorism refers to acts of terrorism which a state conducts against another...

Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti karaa PP yaalame.

November 28, 2023 14:00 - 1 hour - 51.6 MB

 Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa  Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti karaa PP yaalame. Support the show

Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame.

November 28, 2023 14:00 - 1 hour - 51.6 MB

 Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa  Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti  yaalame. Support the show

Argaa dhageettii Oromoo

November 21, 2023 22:00 - 3 minutes - 2.46 MB

Support the show

Abiy fi Oromoo

November 21, 2023 22:00 - 6 minutes - 4.16 MB

Support the show

Doorii Yaanaa: Weellisaa Keekiyyaa Badhaadhaa

November 21, 2023 16:00 - 4 minutes - 2.91 MB

Support the show

Afaan Oromoo Music | Oromo Classical Music Collection

November 21, 2023 15:00 - 30 minutes - 21.1 MB

Support the show

Muuziqaa Oromoo Abdallaa Huseen, Saani Adiin Faaya

November 21, 2023 15:00 - 5 minutes - 3.93 MB

Support the show

Walaloo dhumaatii uummata Oromoo Salaalee

November 21, 2023 15:00 - 24 seconds - 315 KB

Support the show

Certain essential qualities for a good writer

October 31, 2023 10:00 - 9 minutes - 6.9 MB

Support the show

Yaadannoo weellistuu fi qabsooftuu Oromoo Halloo Dawwee

October 28, 2023 08:00 - 1 hour - 82.4 MB

Support the show

MDhO/MCO: OROMOON BEELAA FI WARAANANN DHUMAA JIRA- MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO

October 21, 2023 11:00 - 2 hours - 100 MB

MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO Waliin dhimma Waaraana OROMIYAA keessatti deemaa jiruu fi Beela nam-tolcheen uummata keenya dhumaataa jiruuf nuti maal gochuu dandeenya? Support the show

Of tahuu fi Irreecha Oromoo fi Oromummaa - Oromo Thanksgiving holiday

September 18, 2023 21:00 - 1 hour - 68.3 MB

Irreecha (also called Irreessa or Dhibaayyuu), is a Thanksgiving holiday celebrating the end of the winter in the Oromia Region, Ethiopia. The Oromo people celebrate Irreecha to thank Waaqa (God) for the blessings and mercies they have received throughout the previous year. The Irreecha festival is celebrated every year at the beginning of Birraa (Spring), the new season after the dark and rainy winter season. It is attended by hundreds of thousands of people. The thanksgiving is celebrated ...

Of tahuu fi Irreecha Oromoo fi Oromummaa

September 18, 2023 21:00 - 1 hour - 68.3 MB

Caalaa Hayiluu dhaggeeffadhaa  Support the show

#BURREE KOO #Oromo#poem by Caalaa Hayiluu

September 11, 2023 23:00 - 1 minute - 1.28 MB

#Burreekoo! Burree koo yaa haadha Daalee,  yaa haadha Boorri fi Sooree,  Burruus si tiksuuf du’aa, Daaleen si hodhuuf gu’a, Boorriin roorroo kee jibbaa, Sooree fi magaaltu , sirratti wal dhiibaa Akkuma bifa kee, bubburree lafa guuttee, Akkuma amala kee,  cucurree guddiftee, Kan jabaattee sin boqachiifnee,  kan laaffattees, sinjibbaannee… Burree haadha goromsaa fi kormaa, Taadhii mirgituu ollaaf ormaa, Kaan Siif jedheet kenna mormaa, Kaanimmoo garaaf 9 gurguramaa, Kaan humna dhabeet  cabaatt...

Maddi gandummaa siyaasa dhokataa Oromoo Xoophiyaa jalatti hidhuuf godhamuu dha.

August 28, 2023 21:00 - 1 hour - 53.6 MB

Marii Yaadakool, Beekan fi Caalan taasisan Support the show

Lola Habashaa Fi Bilxiginnaa

August 14, 2023 19:00 - 1 hour - 68.1 MB

Support the show

Qabsoo Oromoo fi shira diinaa akkamiin irra aanna?

August 07, 2023 18:00 - 1 hour - 56.2 MB

Support the show

Gadaa Labsina, Oromo new music by Bashaadaa Nagahoo

July 21, 2023 15:00 - 6 minutes - 4.42 MB

Support the show

Adoolessa 2023/Haala hubannaa Siyaasaa Oromoo waliigalaa fi gara fulduraa gaaffii fi deebii Dave Dr. Baaroo waliin taasise

July 21, 2023 15:00 - 1 hour - 61.3 MB

Haal siyaasa Oromoo fi shira diinaa  mata duree jedhu jalatti haala hubannaa Siyaasaa Oromoo waliigalaa fi gara fulduraa gaaffii fi deebii Dave Dr. Baaroo waliin taasise Support the show

Adoolessa 2023, Maaltu deddeemaa jiraa? Marii Caalaa Fi Dave

July 21, 2023 13:00 - 1 hour - 57.4 MB

MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? jedhu jalatti rogeessaa fi qopheessaa miidiyaa Waadaa kan tahe Dave Abdiwaaq waliin marii qabxiilee armaan gadii irratti taasifna. 1.Callisaa fi waca Diyaasporaa hiika malee fi kan hiikoo qabu… 2. Qophiilee adda addaa Diyaasporaan qopheessaa jiru xiinxaluu ( warra hordofaa jiruuf) 3. Haala fi bifa addaan itti fufiinsa hidhaa fi ukkaamsaa miseensota ABO irratti aggaamame… Support the show

The legacy of Aaddee #NuureeMaammee and how do we remember and pass on her incredible works to the next generation?

June 18, 2023 22:00 - 1 hour - 45.3 MB

Sad News  The mother of the Oromo community and the umbrella of the Oromo community in #Sweden. Ad Nuure passed away recently after a long illness.  Ad Nuuree represented or took duty in the Swedish Community during the worst times in Oromia, during the FDG and student movement in OROMIA especially from 2000-2018, to visit prisons in various places to visit and assist prisoners, especially members of #WaldaaMaccaaTuullamaa and leaders of the association were traveling around the country an...

Qophii Egeree Oromiyaa

May 30, 2023 20:00 - 1 hour - 54.1 MB

MDhO/MCO: Caamsaa 30/2023 Qophii Egeree Oromiyaa Sagantaa keenya hardhaa keessatti Rogeessa fi qopheessaa Miidiyaa Waadaa Dave Abdiwaaq waliin marii goona nu caqasaa waliif qoodaa! https://www.youtube.com/live/ejrF6aJMD9Q?feature=share Support the show

Poem about LOVE by Chala H Abate

May 30, 2023 20:00 - 2 minutes - 1.52 MB

Support the show

Untitled Episode

May 21, 2023 22:00 - 7 minutes - 5.03 MB

Support the show

Music; Birraa Wal agarra by Galaanaa Gaaromsaa

May 21, 2023 22:00 - 7 minutes - 5.03 MB

Support the show

Poem : Walaloo, Gootota Oromoof, Caalaa Hayiluutiin

May 21, 2023 21:00 - 18 minutes - 13 MB

Support the show

QBO ajandaa fi akeekaa mataasaa qaba; ajandaa diinaa abbaltii Hin godhannu

May 21, 2023 21:00 - 1 hour - 76.6 MB

Support the show

Dhaloota irbuu baatu

May 21, 2023 19:00 - 5 minutes - 3.76 MB

Support the show

Durba durbummaan duute

May 21, 2023 13:00 - 12 minutes - 8.47 MB

Support the show

Walaloo miseensa WBO tiin

May 21, 2023 12:00 - 3 minutes - 2.76 MB

Support the show

Poem: Karaan kee marga Hin baasu

May 01, 2023 18:00 - 19 minutes - 13.1 MB

Walaloo dheeraa kana bara #2013 barreesse. Waggaa 10 guute. KARAAN KEE MARGA HIN BAASU! Karaan miilaa xiqqoon, isheen irra bobbaate daamotiin qabaattee, ittiin guca nuu taate, dukkana roobarraa, gaafas calaqqistee Dimimmisa jabaa, kan caaltee  hangaate dachiin dhiphattee,ati futtaaftee hiiktee Daandii manii borii , kan haqaaraf yaaltee Kan ati eegalte, kan ati irra marmaarte Xonboora qabattee, ofii keetif gubattee Akka dungoo cobxee,meeqaf ifa laattee situ nuuf daawitii, sumaan biiftuun ba...